Javascript must be enabled to continue!
Gahee Walleewwan Oromoo Sirna Gadaa Seenessuu keessatti Qaban Xiinxalluu
View through CrossRef
Qorannoon kun haalessa walleewwan qabsoo qabsoo Oromoo xiinxalluu irratti xiyyeeffata. Qorataan ragaalee qorannoo kana gaggeessuuf isa barbaachisan funaannachuuf ragaalee madda maxxansaalee ‘printed sources’ fayyadame. Qorataan ragaalee madda maxxansaalee irraa argaman haala hiikaqabessa ta’een xiinxalluuf aloolaatti fayyadamuun bifa afgaaffiitiin ragaalee funaannatee jira. Qorataan ragaalee akkamtaa qorannoo kanaa argachuuf meeshaalee funaansa ragaalee afgaafiifi sakatta’a meeshaalee maxxansaatti fayyadame. Xiinxala xinhiika haalessa walleewwan qabsoo Afaan Oromoo taasisuuf haalessa seenaa, siyaasaa, hawaasummaa, diinagdeefi aadaa walleewwan qabsoo keessatti dhihaatan irratti hubannoo guddaa qabaachuu barbaada. Barbaachisaa ta’ee yoo argame haalessa beekumsaa hafee sanaa fayyadamuunis dirqama.
Oromia State University
Title: Gahee Walleewwan Oromoo Sirna Gadaa Seenessuu keessatti Qaban Xiinxalluu
Description:
Qorannoon kun haalessa walleewwan qabsoo qabsoo Oromoo xiinxalluu irratti xiyyeeffata.
Qorataan ragaalee qorannoo kana gaggeessuuf isa barbaachisan funaannachuuf ragaalee madda maxxansaalee ‘printed sources’ fayyadame.
Qorataan ragaalee madda maxxansaalee irraa argaman haala hiikaqabessa ta’een xiinxalluuf aloolaatti fayyadamuun bifa afgaaffiitiin ragaalee funaannatee jira.
Qorataan ragaalee akkamtaa qorannoo kanaa argachuuf meeshaalee funaansa ragaalee afgaafiifi sakatta’a meeshaalee maxxansaatti fayyadame.
Xiinxala xinhiika haalessa walleewwan qabsoo Afaan Oromoo taasisuuf haalessa seenaa, siyaasaa, hawaasummaa, diinagdeefi aadaa walleewwan qabsoo keessatti dhihaatan irratti hubannoo guddaa qabaachuu barbaada.
Barbaachisaa ta’ee yoo argame haalessa beekumsaa hafee sanaa fayyadamuunis dirqama.
Related Results
Tartiiba fufiilee yaasaafi hormaata gochimoota Afaan Oromoo
Tartiiba fufiilee yaasaafi hormaata gochimoota Afaan Oromoo
Qorannoon kun tartiiba fufiilee yaasaafi hormaata gochimoota Afaan Oromoo addeessuufi xiinxaluu irratti xiyyeeffate. Afaan Oromoo afaan xiinjecha gochimaa gabbataafi walxaxaa qabu ...
Ximsaga yaadsaga Afaan Oromoo
Ximsaga yaadsaga Afaan Oromoo
Kaayyoon qorannoo kanaa faca’iinsa xiimsagaa, yaadsaga Afaan Oromoo keessatti ibsuudha. Qorannoo kanaaf ka’umsi ximsaga yaadsaga Afaan Oromoorratti qorannoon gadifageenya qabu qora...
Dhiyaatina dubartootaa toora falmii Oromummaan fiilmiiwwan <i>The Fallen Beats</i> fi <i>Eelaa</i> keessatti: Xiinxala xiinseeneffama dubartummaa
Dhiyaatina dubartootaa toora falmii Oromummaan fiilmiiwwan <i>The Fallen Beats</i> fi <i>Eelaa</i> keessatti: Xiinxala xiinseeneffama dubartummaa
Miixuu ciniinnannaan fiilmiiwwan Oromoo erga asfulla’aniin booda xiyyeeffannoo argatanii qeeqa dubartummaan qoratamuu dhabuun ka’umsa qorannichaati. Kaayyoon qorannoo kanaa fii...
Adeemsa dhamsagaa daangaa dhamjecha Afaan Oromoo irratti
Adeemsa dhamsagaa daangaa dhamjecha Afaan Oromoo irratti
Kaayyoon qorannoo kanaa adeemsa jijjiirama amala dhamsagaa daangaa dhamjechootaa irratti mul’atu xiinxaluudha. Adeemsi dhamsagaa jechoota Afaan Oromoo keessatti mul’atan kanaan...
The morphosyntactic integration of English words into Afaan Oromoo
The morphosyntactic integration of English words into Afaan Oromoo
The present study investigates the morphosyntactic integration of English lexical items into Afaan Oromoo within multilingual conversations recorded in Dambi Dollo, Oromia regional...
A Web-based design center for vector-based siRNA and siRNA cassette
A Web-based design center for vector-based siRNA and siRNA cassette
Abstract
Summary: To facilitate the designing process for vector-based siRNA and siRNA cassette, a tool set has been developed consisting of a siRNA target finder, a...
Rationale design of polymeric siRNA delivery systems
Rationale design of polymeric siRNA delivery systems
<p>Regulation of gene expression using small interfering RNA (siRNA) is a promising strategy for research and treatment of numerous diseases. However, siRNA cannot easily cro...
Gadaa system: Indigenous political and administration system of Oromo people in Ethiopia
Gadaa system: Indigenous political and administration system of Oromo people in Ethiopia
The primary goal is to critically analyze the Gadaa system,
focusing on its roles in conflict resolution, environmental
protection, and women's rights within the framework of Oromo...

